Jeremiah 10:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti inni jed'u tana: Aada gochiti d'ibiini fidamtu gula iyyaaina; wonti mama ka isani gubbati gartani isani insodaachisini, ato gochiti d'ibiini mudamtele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Jireenna worra ormaa hin hordofinaa'a; worri ormaa yoomillee hennaa waan haarawa samii irratti argan sodaatanii hollachuun amala isaaniitii; isin garuu kanaan hin raafaminaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Karaa gosa biyya adda addaa hin hordofina'a! Isaan beessisa gubba'aatiin hin bararaqin; isin waan kanaan hin bararaqina'a.