Jeremiah 10:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'eeni, Jaaroleeni teenna daalle, AABBO Waaqale gorsa ira infud'atu. Tanaafi wonti worraa ch'ufti hamaate, gumi teennale gargari firfirsani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee akkana jedhee deebise, «Bulchoonni teenna waan gowwoota ta'aniif Rabbiin gargaarsa hin gaafanne; sababaan kufanii fi wonti baniin keenna bittinnaayaniif kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tissitooti daallee waan teeteef, Mootii Waan Maraa irraa gorsa hin gaafattu; tanaaf isaaniif hin milkoonne; tiki isaanii marti bittinnoweera.