Jeremiah 10:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'aqasa! Oduuni ya d'ufte! Hafuura nama guddati gara gosa mirga teetuti d'ufuu jira; duuli worraa dira Yuda ch'ufa balleese lafa aloo fulla sareni diida iti galtu tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Oduun badduun dhufteertii dhagayaa'a! mootummaan gara kaabaa qachoota biyya Yihuuda'aa diigee ona taasisee hulee jeedallan keessa jiraatan godhu'uuf raataya'aara.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Caqasa'a! Oduun dhufiisatti jirti. Kunoo gara lafa kaabaatii hogaan guddaan hin dhufa. Hogaan sun qachoota Yihuda'aa onsee, addee jeedalti leetu hin godha.