Jeremiah 10:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, aka nami tokoleeni lubbu ufi harka inqamne, yokhaani dandae karati ufi inqajeelchine, anini imbeekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! namni jireenna ufii irratti akka waa ajajuu hin dandeennee fi adeemsa ufiillee akka baallii ufiitiin tooyachuu hin dandeenne hin beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa! Jiruun namaa tama isaa akka hin te'in ani hin beeka; nami ideensa ifii ifumaan qajeelchuu hin dande'u.