Jeremiah 10:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, gumi tante dallansuniti d'ugaani qajeelchi, aka worri siini imbanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ati murtii dhuga'aa waan murteessituuf nu gorsi; kun garuu nu akka hin banne hennaa dheekkamsa keetii hin ta'in.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa! Akka ani ijjumaa hin banne haqaan na adabi malee, aarii teetiin na hin adabin.