Jeremiah 10:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aadaani gosa d'ibi tunini woma isanii imbaatu mukha badda keesa ch'irani, mukha suni ogeesi harka ufitini qotooni boch'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqeffannaan aada'aa ka worra Yihuudota hin taanee duwwa'a; munni bosonaa murama; ogeessi ura'aan sambara itti baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aadaan kolbaa tanaa waan bu'aa hin qanne; isaan muka gongomaa keessaa muran; nami muka bocu uraa ifiitiin bifa itti baasa.