Jeremiah 10:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akasi sunini akheekhuma oobru bododa keesa kayani haranqeesani d'owani; wonti sunini dandeete indubbatu, baatani male dandeete ufiini indeemtu. Waan akana kana insodaatina; dandeete waan dansaafi hamtule si intolchitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fakiin akkanaa kunniin akka fakii simbira gara garaatiin sodaachisu'uuf baasqulaa keessatti dhaabaniiti; dubbachu'uu fi deemuu waan hin dandeenneef namootatu isaan baadhata; miidha'aa fi faayidaallee waan hin qabneef isaan hin sodaatinaa'a»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqoti isaanii akka waan bineensa sodaachisaaf, fichaa baaqula'aa keessa dhaabanee ti; waaqoti isaanii dubbatiisa hin dande'anu; ideemiisalle waan hin dandeenneef, namatti isaan ba'atee ideema. Isaan nama miidhiisa yookiin waan dansaa godhiisa waan hin dandeenneef, isaan hin sodaatina'a» jedha.