Jeremiah 10:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti si guddisu dida, ee hayyu gosa ch'ufa? Guddinni waan sii male. Nami aka keeti tokoleeni lafa keesa injiru, nama qaqaro lafa ch'ufaatifi hayyootale keesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati mootii mootota maraa waan taateef mootota keessaa ka si hin sodaanne eennu? ogeeyyii worra ormaatii fi mootota isaanii jiddu'uttillee ka si fakkaatu waan hin jirreef ulfinni keeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee, mootii gosa biyya adda addaa, ka si hin sodaanne eennu? Qaroolee gosa biyya adda addaatii fi mootummoota isaanii mara keessaa, ka akka keetii waan hin jirreef, ulfinni si'iif male.