Jeremiah 11:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Yudatifi ka Yerusalemu waaqoota worri sorio baasufi d'aqe, qarqaarsa kad'ata. Ammo waaqooti sunini dandeete worra imbaaftu, hojja badiini suni d'ufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san baniin biyya Yihuuda'aatii fi baniin biyya Yerusaalemii gara hulee ciinca'aa ka waaqolee tolfamaa ormaatii dhiyeessanii dhaqanii gargaarsaaf isaanitti iyyatan; isaan garuu hennaa badiin kun isaanitti dhufe badii san jalaa isaan baasuu hin danda'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san kolbaan qachaa Yihuda'aatii fi qachaa Yerusaalemii gara waaqota hixaana aarsanuufii san dhaqanee hin iyyatan; waaqoti isaanii sun ammoo, yennaa rakkinni isaan irra gewu ijjumaa isaan qarqaaruu hin dande'anu.