Jeremiah 11:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda akuma diri worraa heddu, waaqooti worraleeni heddu. Ammalle worri Yerusalemuleeni akuma karaani dira worraa heddu, akasuma fulla heddu ta waaqoota worraa, ka d'ara, ka Baali jed'ani, ka isa durati nami waan ch'eera tahu, fulla sorio irati isaa baasani jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii Yihuuda'aa! isin waaqolee tolfamaa haguma baay'inna qachoota teessanii qabdan; isin hulee ciinca'aa baay'ee haguma baay'inna karaa Yerusaalemii waaqa tolfamaa jibbamaa ka ba'aal jedhamuu ciincaa dhiyeessu'uuf hojjattaniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee kolbaa Yihuda'aa! Akkuma qachaa hedduu qaddu, waaqota hedduu qadda; waaqa dharaa fokkisiisaa Ba'aaliif, addeen ciinca'aa ta hixaana itti aarsiisaaf ijaarte, akkuma karaa Yerusaalemii heddu'u› jedha.