Jeremiah 11:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yeremia, worra kana jette na inkad'atiini. Yo worri gaargala seene na kad'atele, anini worra inch'aqasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Ermiyaas! ani hennaa isaan rakkoo ufiitiif hucuucamanii gara kiyya iyyatan ani waan isaanii hin dhageenneef, banii kanaaf na hin kadhatin, waan isaaniitiifillee hulee isaanii buutee hin worwaatin.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Ermiyaas, isaan rakkatanee gara kiyya yennaa iyyanu, ani isaaniif waan hin dhageenneef, ati kolbaa tanaaf hin daadimatin yookiin gara kiyya hin iyyin yookiin isaaniif na hin gaafatin.