Jeremiah 11:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini duri ejersa galma mid'aani dansa qabu worraani jed'e; ammo ammatana anini bubbe jabduuni obeensa isaa ibadati d'abbe, dameele isaa ch'ach'ach'absa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin hennaa tokko akka muka ejersaa ka daraaraa qabuu turtan; garuu laagaa akka gigissa'aa dhageessisee baala ibiddaan gubee damee isaa caccabsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, ‹Muka ejersaa bisilee, ka midhaan dansaa qabu› jedhee isin waameeraayyu; amma ammoo hobonbolattii jadduu bubbittuun ibidda itti hin qassiisa; dameelee isaa mara hin caccassa.