Jeremiah 11:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi guddaani, qara worra Israelitiifi ka Yuda akuma mukha oobre; ammo amma badiini iti d'ufu fed'a. Worri yayu ch'ubbu tolche, akasiini badi ufitini d'ufe; ammalle Baali sorio baase akasiini na dallansiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani Waaqa banii maraati; isin baniin Yihuuda'aatii fi baniin Israa'elii akka muka ani dhaabeeti; isin garuu waaqa tolfamaa ba'aal jedhamuu ciincaa dhiyeessitanii na aarsitan; kanaafuu ani amma badii isinitti fida.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, ka isin dhaabe, sababa isin kolbaan Israa'eliitii fi Yihuda'aa na aarsiisaaf Ba'aaliif hixaana aarsitanee, hantuu hujjaneef badii isin irratti hin fida» jedhe.