Jeremiah 11:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa mala nyaapi kiyya nati d'aachu jiru na beesise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san waan isaan godhan waan Rabbi natti mudhiseef waan isaan na irratti mari'atan beeke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa mala isaan na irratti dhowane, waan natti mudhiseef, ani waan isaan yennaa san hujiisatti jiranu beeke.