Jeremiah 11:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ilme hoola ta laanuma nama qaallu gula deemtu fakaad'a aka nami, worri tae iti malatu ana, imbeekanne. Worri waan jed'e, Koota, mukha ato inni jiid'aatu murra; ammalle namicha kana lafa keesaa balleesina, aka nami deebie isa inqaabanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san akkuma hoolaa qalmaaf oofanii ta'ee ture; isaan, «Akka maqaan isaa lamuu hin qaabatamne muka kana daraaraa isaa woliin haa balleessinuu, adunyaa jiraattotaa tana irraa haa dhabamsiifnuu» jedhanii akka na irratti mari'atanii ka'an ani hin beenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka hoolee gara qalmaa oofanuu te'eeraayyu; isaan, «Kowa'a, maqaan isaa akka hin qaabatanne, muka midhaan isaa woliin murree, lafa worra jiraata'aa irraa balleessina» jedhanee akka natti malane ani hin beenneeyyu.