Jeremiah 11:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbi wold'aqisa tana ch'aqasi, waan worra Yudatifi ka Yerusalemutini jettu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Dubbii waada'aa kana qabadhuutii banii biyya Yihuuda'aatii fi worra qachaa Yerusaalemii keessa jiraatanitti himi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Dubbii gondooroo tanaa dhage'iitii kolbaa Yihuda'aatii fi worra Yerusaalem keessa le'utti himi.