Jeremiah 11:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini kad'ad'e waan jed'e, AABBO Waaqa gudda, atini ka d'uga gula dubbi qortu, ka ammalle heregaafi qalbi namaa ilaaltu, anini dubbi tiyya ya siti kennad'e; haalo atini worra kana baafatu na garsiisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani, «Waaqa banii maraa! ati ka onne'ee fi qalbii namaa qoruu fi ka murtii qajeelaa murteessu; ani rakkinna kiyya sitti mudhise; kanaafuu hennaa ati banii kana haluu naa baatu akka argu na taasis» jedhee Waaqa kadhadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dadde, ka gadha'aa fi qalbii namaa qorqortu, ka balchumma'aan murtu, ani haajaa kiyya sitti waan himadheef, haluu isaan irratti baatu na dhaggisiis.