Jeremiah 11:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan nani jed'e, Dira Yuda d'aqi, kara Yerusalemu keesa deemi, waan biyyaani jettu, Dubbi wold'aqisa tana ch'aqasa, gula yaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi akkana naan jedhe, «Ati gara qachoota biyya Yihuuda'aatii fi gara karaa hedduu Yerusaalemii dhaqii akka isaan waadaa kiyya eeganii fi akka ajaja kiyya raawwatan dubbii kiyya isaanitti himii isaan qaabsis.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa anaan, «Jecha kiyya kana mara qachoota Yihuda'aatii fi karaa Yerusaalemii mara irratti lallabiitii, ‹Dubbii gondooroo tanaa dhage'a'aatii, waan isiin jettu godha'a› jedhi.