Jeremiah 11:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini ababoota isani lafa Misiri keesa baaseefi, haga arrale anini worra gorse, Naa saalfad'a jechuuni illakimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa abboota isaanii ta durii biyya Misiriitii baase, akka naa ajajaman deddeebi'ee isaan seere; baniillee haga adhaa seeruu hin dhiifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani abbootii teessan ta durii biyya Gibxi'ii keessaa yennaa baasee jalqabee haga adhaa, ‹Naaf ajajama'a› jedhee itti deddeebi'ee ifi eeggachiise.