Jeremiah 11:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan nani jed'e, Worri Yudatifi ka Yerusalemuleeni ya mala nati d'aate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee Rabbi akkana naan jedhe, «Baniin biyya Yihuuda'aatii fi baniin biyya Yerusaalemii natti ka'aniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa anaan, «Kolbaan Yihuda'aatii fi kolbaan Yerusaalemii na irratti ka'iisaaf mala dhowiisatti jiran.