Jeremiah 12:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, yo anini si quufa d'abe si himad'ele, d'ugaani teetuma. Ammo taatule, aka d'ugaani jirtu si gaafachu fed'a. Ch'ubbichi maafi wo horata? Nami hamaani maafi wo argata?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! hennaa ani siin wol falmu maraa ati sirri'i; ani waan murtii sirrii ta'eetiif gaafii qaba; sababaan jireenni nama cubbama'aa qajeeluuf maali'i? worra sobuufillee maaf wonti maruu ta'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, yennaa ani haajaa kiyya si duratti dhikeeffadhu, ati yennaa mara balcha'a; ani haajaa kiyya si dura dhikeeffadha; te'uu malee marroo muraa haqaa waan si gaafadhu qaba. Worri hamooleen maaf qananooman? Worri hin addatanne maaf milkowan?