Jeremiah 12:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lafa tiyya adaala tolche, isiini badde badiini isii ya nati mullatte. Lafti ch'ufti yayu badde adaalte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka gammoojjii taatu waan godhaniif biyyi maruu gara gammoojjumma'aatitti jijjiiramteerti; ka waan isi'iitiif yaadu tokkollee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan fichaa san goomolee duwwaa waan godhaneef na duratti gogee oneera. Nami isi'iif haajamu waan hin jirreef, Latti duudiin goomolee teeteerti.