Jeremiah 12:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gosa d'aatu Israeli teetu, ta lafa anini gumi tiyya ta Israeliti kenne balleesite, dubbi iraa qaba. Anini worra hamama suni lafa isaani keesaa aka mukha buqise, Yudale harka worraa jalaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ani worra ollaa Israa'elii ka lafa ani banii kiyya Israa'elii kenne balleessanitti waan dubbadhu qaba; banii hamaa sanniin biyya isaaniitii buqqisee isaan fida; banii biyya Yihuuda'aa jidduu isaaniitii butee baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Olloota kiyya worra hamaa ka lafa ani kolbaa tiyya Israa'eliif kenne qabatanu mara, ani lafa isaanii irraa isaan hin buqqisa; kolbaa Yihuda'aalle odduu isaaniitii buqqisee hin baasa.