Jeremiah 12:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo eegi worra akasi tolche, deebie worraa nahe, gosa ch'ufa lafa isaanitiifi arda isaaniti deebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu haga biyya isaanii keessaa isaan baaseen maayessa deebi'ee isaanii araarama; banii maraa gara lafa isaaniitii fi gara biyya isaanii deebisee isaan galcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan buqqiseen duuba ammoo deebi'ee isaaniif hin marara; tokko tokkoo isaanii gara lafa isaaniitii fi gara biyya isaaniititti isaan hin deebisa.