Jeremiah 12:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo gochiti tokoleeni ch'aqasu didde, anini gosa suni aka mukha buqise balleesa. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
baniin na hin dhageenne isaan jidduu yoo jiraate garuu buqqisee isaan balleessa; ka waan kana dubbate ana Rabbi»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa na hin dhageenne ammoo ijjumaa buqqisee hin balleessa» jedha.