Jeremiah 12:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini worra aka mukha oobrite, duuba worri hidda baase, guddate, ammalle mid'aani baasa. Worri guyya ch'ufa afaanini dansuma tante dubbata, ammo garaani siraa fagaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati isaan dhaabde hiddi isaanii gad fagaatee, guddatanii daraaraa daraaran; afaaniin si kabajjan; garaan isaanii garuu si irraa fagaateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati isaan dhaaddeerta; isaanille hidda yaafataneeran; isaan guddatanee midhaan buusaneeran; Isaan afaan ifiitiin ulfinna si'iif kennan; gadhaa ifiitiin ammoo si irraa fagoo jiran.