Jeremiah 12:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti teenna haga yoomi qanch'oorate, buuyooni fulla ch'ufa gogoddi? Bineensafi simpirreleeni maro ch'ubbu gumi teenna, ta teete, Waaqi waan nu taanu inargu jettu tana amma duu jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Sababaa banii hamaa waan nu goonu maraa Rabbi hin argu» jedhaniitiif biyya teenna bonni miidhuu fi margi raasa'aa ka hulee gara garaatitti marge gogee hafu haga yoomiiti? sababaa kanaaf busaawaanii fi allaattiin maruu haxaayamanii badaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti haga yoomii goddi? Marri diida maraa haga yoomii qoora? Sababa worra hamoolee lafa san keessa le'uutiif, sababa isaan, «Waan nu irratti te'u kana Waaqi hin dhaggu» jedhaneef, bineensotii fi sinbirrooti dhumataneeran.