Jeremiah 12:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Yeremia, atini ufiftu ka namaani woliini utaalu dad'abde, dandeete farda woliini utaalta? Yo lafa diidatu keesa eju dad'abde, akami dandeete danqara Yordani keesa ejita?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Yaa Ermiyaas! yoo ka nama woliin fiiguu hin dandeennee attamitti fiiddee fardaan wol morkuu dandeetta? yoo lafa raasa'aa irra jabaattee dhaabachuu dadhabde attamiin bosona Yoordaanosii keessa dhaabachuu dandeetta?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa deebisee, «Ee Ermiyaas, ati worra miilaan rukkisu woliin rukkittee, eega isaan si dadhassiisanee, abbootii fardaa woliin attam doggomuu dandeetta ree? Ati lafa qaaleyaatitti eega jiddee, Gongomaa Yordaanosii keessatti attam teeta ree?