Jeremiah 12:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini anini fohad'e yayu nati garagalte; akuma nyeench'a badda keesa, worri nati itane, tanaafi anini worra jibba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kiyya natti ka'anii akka leenca bosonaatitti natti aadan; ani hujii isaanii kana hin jibba;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan tiyya akka neenqa gongomaa keessaa natti teeteerti; isaan dhangaa natti dhowane; anille isaan jibbe.