Jeremiah 13:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini hamtuni tunini, mataa jabaatte dubbi tiyya ch'aqasu didde, waaqa d'ibi gula yaate hojate, aka hid'a ch'ich'ite badde tana taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin hamaan kunniin naa ajajamuu didaniiran; ta qaraa caalaa morkatanii waaqolee tolfamaa waaqeffata'aa isaan tajaajilan; sababaa kanaaf isaan akkuma sabbata sanii worra bu'aa hin qabne ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan hantuun jecha kiyya caqasuu didde, ta mataa jabinnaan, waaqota dhibii tajaajiliisaaf, waaqonfatiisaafille hordottu tun, akkuma hiituu hidhaa ta gara baddee bu'aa hin qanne sanii hin te'an.