Jeremiah 13:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma hid'aani nama qabdu, akasuma anini worra Israelitiifi ka Yuda ka jabeese na qabu fed'a. Wonti anini akasi tolcheefi, aka worri gumi tiyya tahe gurra dansaafi ulfinna natiini d'ufu; ammo worri na inch'aqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma sabbanni yoo hidhatan mudhi'itti maxxanu baniin Yihuuda'aatii fi baniin Israa'eliillee akka natti maxxanan karoorsee ture; wonti ani waan kana godheef akka isaan banii kiyya ta'anii fi akka maqaa kiyyaaf galataa fi ulfinna kennaniif; isaan garuu na hin dhageenne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma hiituun hidha namaatitti maxxantu, kolbaan Israa'eliitii fi kolbaan Yihuda'aa marti natti akka maxxananu, ulfinnaa fi galata maqaa kiyyaatiif, kolbaa tiyya akka te'anu godheeraayyu; isaan ammoo na hin caqanne› jedha» jedhe.