Jeremiah 13:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, Yeremia, waan atini worra Israelitini jettu, gorjo daad'i ch'ufa daad'iini guuta jed'i. Yo worri nu imbeenna aka gorjo ch'ufa daad'iini guutu malani siini jed'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi akkana naan jedhe, «Yaa Ermiyaas! ‹otteen maruu daadhii woyini'iitiin guuttama› jedhii banii Israa'eliitiititti himi; hennaa san isaan ‹nu akka ottee daadhii woyini'iitiin guutan waan hin beenne seetaa?› siin jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootiin Waan Maraa anaan, «Ati isaaniin, ‹Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, okkoteen marti daadhii woyni'iitiin hin guutanti› jedhiin» jedhe; isaanille si'iin, «Okkoteen marti daadhii woyni'iitiin akka guutantu nuuti hin beennu seetaa?» yoo si'iin jedhane,