Jeremiah 13:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee gumi Israeli, AABBO Waaqi ya wo jed'e, kiyyiba lakisa, ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan dubbateef; uf jajuu keessan balleessa'aatii isa dhagayaa'a; seeraanillee isa jalaa caqasaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waan dubbateef, dhage'a'a; hin koorina'aatii, caqasa'a.