Jeremiah 13:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isani ch'aqasu diddani, anini maro kiyyiba keesanitifi d'ofad'e boha; anini aka male, ka imimaani ila tiyya keesaa yaani, boha waan gumi AABBO Waaqa boojianifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo dhagayuu diddan garuu ani waan uf jajuu keessaniitiif dhokadhee booya; baniin Rabbii booju'uun waan fudhatameef ani mararamee booya; imimmaan kiyyallee hin qooru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo isin hin caqasin ammoo sababa koora keessaniitiif ani dhossa'aan hin bowa; kolbaan Mootii Waan Maraa waan booji'anteef ani wiiccifadhee hin bowa; ilti tiyyalle imimmaan hin dhangalaatti.