Jeremiah 13:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan nani jed'e, waan atini hayyichaafi haad'a isaatini jettu: Barch'uma keesani ka guddinna iraa bua. Wonti akanatiifi sureeni teesani mid'aaduni ta hayyuma ya mata keesani iraa buute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana naan jedhe, «Waan mootitti'ii fi haadha isaanii irraa kallachi ulfinnaa ka kabajja'aa mataa isaanii irraa bu'eef akka isaan teessoo ulfinnaa irraa bu'aniif isaanitti himi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa natti dubbatee, «Mootichaa fi haadha mootichaatiin, ‹Kallachi ulfinna keessanii mataa keessan irraa waan bu'uuf, barcumaa mootumma'aa irraa gad bu'a'a› jedhi» jedhe.