Jeremiah 13:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira Yuda ch'ufa ka bitaa jiru ya marsani, nami tokoleeni dandae inseenu. Worra Yuda ch'ufa ya boojiani lafa d'ibi geesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoonni biyya Yihuuda'aa ta gara kibbaa jiran waan diinni isaan marseef eennullee achi dhaquu hin danda'u; baniin biyya Yihuuda'aa maruu hin booji'aman.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachooti Yihuda'aa ka gara kibbaa hin cufaman; ka isaan banulle hin jiru; kolbaan Yihuda'aa marti hin booji'anti; isaan duudiin hin fudhataman.