Jeremiah 13:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo atini ufi gaafatte, Isi maafi akana na tolchani? jette — wonti akasi si tolchanifi waan dabi kanke heddatefi; tanaafi ubaara kanke tarsaasani si buufatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kun maruu maaf na irra gaye? wonti uffata kiyya tarsaasanii na salphisaniif maali'i? jettee yoo gaafatte wonti kun maruu si irra gayeef akka sababaa cubbuu kee gudda'aatii fi hama'aatiif ta'e beeki.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati gadhaa keeti keessatti, «Tun maaf na irratti teete?» jettee yoo ifi gaafatte, sababa bacinna cubbuu teetiitiif, woyaa teeti si irraa shooqanee hunnaan si woliin rafane.