Jeremiah 13:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'u, Tunini milki teesani, qooda waan anini isanii kennu fed'e, waan isani na deetani waaqa d'ara d'ugeefattanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hireen keessan kana ta'e Rabbi dubbateera; isin isa irraanfattanii waaqolee tolfamaa sobaa waan hedattaniif inni waan kana isin irratti raawwachu'uuf murteesseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Yerusaalem! Mootiin Waan Maraa si'iin, «Ati na deetee waaqota dharaatitti waan addateef tun hiree teeti; qooda ani si'iif kenne.