Jeremiah 13:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan hamtu isani taatani ch'ufa ya arge — aka isani waaqa d'ara gaara gubbati gula baddani, akuma nama niiti biyyaati d'arae gula badu, yokhaani farda korma ka d'ala gula badu. Worra Yerusalemu, isani ya baddani, yoomi t'uri keesaa baatani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa isin waan hamaa inni jibbu gootan argeera; isin akka nama haadha manaa goshoo ufiititti dhaqu'uuf hawwuutii fi akka fardi kormaan ganyaa soqaa olii gad deemuu isinillee waaqa tolfamaa worra ormaa gaarran, tullootaa fi lafa raasa'aa irra hennaa soqa'aa deemtan isin argeera; isin banii Yerusaalemii isin hobbaas; sirima yoom qulqullooftan?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani hujii teeti battittii gaarayyeeffatiisa keetii, akka fardaa himimmisiisa keetii fi sagaagala keeti ka qaanii hin qanne dhaggeera. Ee Yerusaalem, si'iif aanne'e! Ati haga yoomii batumma'aan jiraatta?» jedha.