Jeremiah 13:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini kae deeme, d'aatu galaana Frati, akuma AABBO Waaqi nani jed'e d'osse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani akkuma Rabbi na ajaje deemee laga Efraaxisii biratti sabbata kiyya dhosse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre akkuma Mootii Waan Maraa na ajaje gara laga Efraaxiisii dhaqee, hiituu hidhaa san achitti dhosse.