Jeremiah 13:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi bulti heddu, galaana Fratiti deebii, hid'a taani fud'ad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa baay'e'een maayessa Rabbi, «Gara laga Efraaxisii deebi'iitii sabbata fudhu» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa heddu'uun duuba Mootiin Waan Maraa anaan, «Amma gara laga Efraaxiisii dhaqiitii, hiituu hidhaa ta achitti akka dhossituuf si ajaje san fidi» jedhe.