Jeremiah 13:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini kae iti d'aabad'e, fulla anini iti d'osse taanini bahe, hid'a taani ta ch'ich'ite hobaate arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani deemee sabbata bakkuma itti dhosse sanitti argadhe; sabbata kiyya hennaa argu badee ka faayidaa hin qabne akka ta'e arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre anille gara laga Efraaxiisii dhaqee, hiituu hidhaa san addee dhosse sanii qotee fuudhe; hiituun hidhaa sun ammoo gara badee waan bu'aa hin qanne teeteertiiyyu.