Jeremiah 14:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan gumi tana waan jed'u, Worri naraa baqachu fed'a, ufi d'owu indandau. Tanaafi anini worra inquufini; anini wollaala worri tolche qaabad'e maro ch'ubbu isaanitifi gaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan banii kanaatiif akkana jedha, «Isaan na irraa fagaatanii deemuu jaalatan uf hin qaban; kanaaf ani isaanitti hin gammadu; yakka isaanii maraa yaadee waan cubbuu isaaniitiif isaan adaba.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa marroo kolbaa tanaatiif, «Isaan asii fi achi joonjiisa jaalatan; miilli isaanii hin dhaabbatu; tanaaf ani isaanitti hin gammadu; amma ani yakkaa isaanii hin qaabadha; sababa cubbuu isaaniitiifille isaan hin adaba» jedha.