Jeremiah 14:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan jed'e, Ee AABBO Waaqa gudda, raagooti hojja ch'ufa maqa kanketini waan woraani jettu, isani woraana ingartani yokhaani imbeeloftanile; ammalle worri waan jed'u, Atini fulla tanati nagaya jiru jireenna worraa kenna, jette jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee akkana jedhe, «Rabbi Gooftaa kiyya! raattonni ‹lollinii fi beelli hin jiru› jedha'aa bani'itti himan; akka waan nageenni guddaan lafa teenna irra jiruutitti Rabbi dubbateera› jedhan»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani, «Maalo'o, Goottaa Mootii Waan Maraa, raagoti isaaniin, ‹Isin shallaagaa yookiin beela hin dhaggitanu; addee tanatti Mootiin Waan Maraa nageya muummee hin qanne isiniif hin kenna› jedhiisatti jiran» jedhe.