Jeremiah 14:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi waan raagoota maqa isaatini faddu tana akana jed'a: Anini worra inergine, ammo worri waan jed'u woraanafi beelti lafa tana inqabattu. Ammo anini waan jed'u raagootuma suniti woraanafi beelaani hobaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu worra raattotaa ka uduu ani isaan hin ergine maqaa kiyyaan ‹biyya keennatti beellinii fi lolli hin dhufu› jedha'aa raaga dubbatan ani Rabbi akka isaan lolaa fi beelaan dhuman godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, raagota adoo ani isaan hin ergin maqaa kiyyaan raaga sobaa, ‹Beeltii fi shallaagaan lafa tanatti hin dhufanu› jettee raaddu, isaanuu beelaa fi shallaaga'aan hin badan.