Jeremiah 14:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini alaati gabahu reefa nama woraanani fit'ani arga; yo anini dira d'aqule nama beelaani hobau arga. Raagootafi qaaloleeni akuma ufi huji hojati, ammo waan tau jirani imbeekhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani yoo gara raasa'aa bayu reeffa namoota ajjeessanii arga; yoo gara qacha'aa deebi'u worra beelayanii du'u'uuf dhidhiitatan arga; worri raattotaatii fi gadoonni hajaa ufii callaa duukaa bu'an; garuu waan godha'aaran hin beekan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara baadiyya'aa yoo baye, worra shallaaga'aan qalame dhagga; gara qacha'aa yoo seene, worra beelaan farru dhagga; raagotii fi hayyooti asii fi achi joonjaneeran; waan hujanulle hin beekanu› jedhi» jedhe.