Jeremiah 14:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dureeyyiini hojattu isaani bisaani ergite, hojattuuni sunini eelaani baate, bisaani keesaa d'abde, buute duwani galti. Worri ufi jibbaate, ch'eere mata qabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dureeyyiin bisaan soqaa hojjattoota ufii ergan; isaanillee gara boolla bisaanii dhaqan; garuu sirima bisaan waan hin arganneef ottee duwwaa baadhatanii deebi'an; isaan abdii kutatanii waan malli harkaa baduuf, gaddanii haguuggatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltoti isi'ii tajaajiltoota ifii bisaan hin ergiti; isaalle gara boolla bisaanii hin dhaqan; ammoo bisaan achitti hin dhagganu; isaan fokkifatanee, addii kutatanee, mataa hagooggatanee, okkotee duwwaa ba'atanee deebi'an.