Jeremiah 14:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harreeni diidaa gaareeni gubbaa ejaanjite, aka sare diida harganti, isiini sagale d'abde, ilti keesati ch'iti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harriin diidaa waan dheebotaniif, tulloota maraa irratti bayanii akka jeedalaa arraba rarraasan; sababaa waan nyaatan hin arganneef isaan arguu dadhaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harreeleen diidaa koobota godduu irra dhaabbattee, akka jeedalaa qilleensa dhaggatiisaaf harganan; marri waan hin jirreef ilti isaanii dhagguu dadhaddeerti» jedhe.