Jeremiah 14:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini tiyya nati iyyite waan jettu, Ato ch'ubbu teenna gula gaargali kunini nuti d'ufeele, ee AABBO Waaqa, maro maqa keetiti jed'i nu qarqaari. Nu maro heddu dudda siti galle, si biraa yaane siti ch'ubbamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kiyya akkana jedhee iyya, ‹yoma hagamillee yakki keenna guddaan ragaa nutti ta'e, yaa Rabbi! akka dubbii waadaa keetiitiin nu gargaari; nu si irraa fagaannee si gaddisiifneerra.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, yakkaan teenna nu irratti dhugaa baatulle, ati maqaa keetiif jedhii nu qarqaar; si'iif addatamiisa dhabiis keenna waan heddatteef, nuuti si irratti cubbuu hunyeerra.