Jeremiah 14:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini maafi nama nami tassa iti d'ufe fakaatte, aka askarti nama qarqaaru indandeenne taate? Ee AABBO Waaqa, atini numa woliini jirta! Nu gumi teeti, nu illakisini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati akka nama malli harkaa badeetii fi akka loltuu jabaa nama biraa gargaaruu hin dandeennee taata? yaa Rabbi! ati garuu nu jidduu jirta; nu maqaa keetiin waamamnaa yabo'oo nu hin gatin.› »
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati maaf akka nama waan godhu wollaalee, akka lolticha jabaa nama qarqaariisaaf hunna dhabee teete. Ee Mootii Waan Maraa, ati nu odduu jirta; nuuti maqaa keeti hin waammanna, nu hin lakkisin.